Kitaabni Qiddaasee Afaan Oromoo akka ta'u ibsameera,'' jechuun ibsan. Tajaajila lallaba wangeelaa qofaadha afaan dhaloota kan jedhamaa jiru malee qabatamaan tajaajila hundaa mitii jechuun dubbatu.
Miidyaan cufamuun sagaleen uummataa cufamuudha'' Miidiyaan dhuunfaa Afaan Oromoon tamsaasu OBS qabiyyeewwan duudhaa, seenaa fi aartii Oromoo ilaallatan irratti xiyyeeffatee hojjetaa ture.